Tokkummaan yoo dhaabbanne akka dandeenyu Hidhi Haaromsaa agarsiiftudha – Dooktar Habtaamuu Ittafaa

fanabc.com
منذ 12 ساعة
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2019 (FMC) – Tokkummaan yoo dhaabbanne akka dandeenyu Hidhi Guddichi Haaromsaa agarsiiftudha jedhan Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Habtaamuu Ittafaan.Itiyoophiyaan hidhaalee akka hin hojjenne dhiibbaan