'Miidiyaan si'a shanii ol maal akka balleesse osoo itti hin himamiin akeekkachiifni itti barreeffame hin jiru' Amb. Rediwaan - BBC News Afaan Oromoo
bbc.com
منذ 3 ساعات
Walitti qabaa boordii Abbaa Taayitaa Sabaa Himaalee Itoophiyaa kan ta'e Rediwaan Huseen miidiyaan kamillee si'a shanii ol ragaadhaan maal akka balleesse, maal akka hanqise, seera isa kam akka cabse osoo itti hin himamiin akeekkachiifni kan itti barreeffame hin jiru jedhe.