Yaa’iin Paartilee Siyaasaa Afrikaa Afrikaan carraa fi egeree ishee waloo ofiin murteessuuf kutannoo akka qabdu mirkaneesseera – Paartii Badhaadhinaa

fanabc.com
منذ 22 ساعة
Finfinnee, Onkoloolessa 28, 2019 (FMC) – Yaa’iin Paartilee Siyaasaa Afrikaa marsaa 2ffaan Afrikaa egeree fi carraa ishee waloo humna ofiin murteessuuf kutannoo qabdu kan mirkaneesse ta’uu Daariktarri Olaanaa Dhimmoota Hariiroo Idil-addunyaa Paartii B