Maanchister Yuunaayitiid Maayikiil Kaariik gaggeesse

fanabc.com
منذ ساعتين
Finfinnee, Sadaasa 3, 2019 (FMC)- Maanchister Yuunaayitiid leenjisaa Maayikiil Kaariik waliin adda bahuu ifoomseera.Maanchisteer Yuunaayitiid Pirimeer liigii bara kanaa kudhan taphateen tapha tokko qofa injifachuun, shan qixa bahee, afur ammoo injifa