US muddama Itoophiyaa fi Ertiraa furuuf dhimma Asab ''akka ajandaatti'' akka hin kaafne Senaataroonni gaafatan - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 13 ساعة
Dimookiraatonni miseensota Seeneetii Ameerikaa ta'an shan mootummaan Itoophiyaa buufata doonii Asab humnaan to'achuuf yaaliin taasisu kamiyyuu US biratti fudhatama akka hin qabne ifatti mirkanaa'uu qaba jedhan.