Birmadummaa fayyaa mirkaneessuuf hojiileen bu’aa qabeessi hojjetamaa jiru – Dooktar Maqdas Dhaabaa

fanabc.com
منذ 7 ساعات
Finfinnee, Sadaasa 7, 2019 (FMC) – Birmadummaa fayyaa Itiyoophiyaa mirkaneessuuf hojiileen bu’aa qabeessi hojjetamaa jiru jedhan Ministirri Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan.Yaa’iin Saayinsaawaa Ittisa dhibeewwanii idil addunyaa Finfinneetti gaggeeffama