Manni Maree Federeeshinii ergaa baga geessanii dabarse

fanabc.com
منذ 9 ساعات
Finfinnee, Ebla 11, 2017(FMC) – Manni Maree Federeeshinii ayyaana yaadannoo du’aa ka’uu Iyyesuus Kiristoos sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera.Hordoftoota amantaa kiristaanaa hundaan baga ayyaana yaadannoo du'aa ka'uu Iyyesuus Kiristoosii