Dooktar Abiy Ahimadiifi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon namoota harka qalleeyyiif maaddii qoodan

fanabc.com
منذ 7 ساعات
Finfinnee, Ebla 12, 2017(FMC)-  Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiifi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun namoota harka qalleeyyiif maaddii qoodaniiru.