Misoomni hiikaa kan qabaatu wayita jireenya guyyaa lammiilee qabatamaan jijjiire – Kantiibaa Adaanech Abeebee

fanabc.com
منذ ساعة
Finfinnee, Sadaasa 10, 2019 (FMC) – Misoomni hiikaa kan qabaatu wayita jireenya guyyaa guyyaa lammiilee qabatamaan jijjiire jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen.Misoomni Kooriidarii kaleessa eebbifne bu'uuraalee misoomaa magaalaa ke