Finfinnee, Ebla 20, 2017 (FMC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hojiilee nageenyaa baatiiwwan 9 darban magaalichatti hojjetaman gamaaggamaniiru.Hojiileen nageenyaa guddinaafi jijjiirama magaalichaa gitan waan hojjetamaniif bu’a