Finfinnee, Sadaasa 12, 2019 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Ameerikaan dippiloomaasii daldala guddisuu fi hariiroo diinagdee caalmaatti cimsuuf marii dandeessisu gaggeessaniiru.Ministirri Ministeera Maallaqaa Dooktar Fitsuum Asaffaan Jila Ministeera Daldalaa