Nageellee Arsiin Shaampiyoona Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa ta’e

fanabc.com
منذ 4 أيام
Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Kilabiin Kubbaa Miillaa Magaalaa Nageellee Arsii galchii 3 fi 1n Shaggar injifachuun Shaampiyoonaa Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa bara 2017 ta'eera.Taphni cufiinsaa har’a waaree booda sa’aatii 8:00 eegalee Istaadiyeemii