Itiyoophiyaan qorichaalee biyya keessatti baay’inaan oomishuuf hojjetaa jirti – Dooktar Abiy Ahimad

fanabc.com
منذ ساعتين
Finfinnee, Sadaasa 14, 2019 (FMC) – Itiyoophiyaan qorichaalee qulqullinaa fi nageenyummaan isaa mirkanaa’e biyya keessatti baayi’naan oomishuuf hojjetaa jirti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.‎Konfiraansiin Fayyaa Hawaasaa Afrikaa 5