Mootummaan naannoo Oromiyaa cabiinsa aadaa furuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jira jedhame

fanabc.com
منذ 16 يوما
Finfinnee, Ebla 30, 2017 ( FMC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa cabiinsa aadaa, duudhaafi safuu baroottan darban sababoota garaagaraan irra gahan furuuf hojjechaa jiraachuu Biiroon Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa ibse.Baroottan darban sababoota diinagdee fi