Mootummaan Sudaan waamicha nagaa Itoophiyaa dide, RSF garuu simate - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 12 دقيقة
Mootummaan Sudaan kan jeneraal Abdel Fattah al-Burhanin durfamu waamicha Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahmad marii araaraa gareewwan Sudaan wal waraanaa jiran giddutti akka gaggeefamu dhiyeessan kuffise.