Dorgommiin Ogummaa sadarkaa biyyaalessaa 4ffaan xumurame

fanabc.com
منذ يوم
Finfinnee, Caamsaa 2, 2017(FMC)- Dorgommiin Ogummaa kan Biyyaalessaa  marsaa 4ffaan mata duree “Sammuuwwan Ifaa, Lammiilee Ogummaan ga’ooman” jedhuun geggeffamaa ture xumurameera.Dorgommii kanaan dorgomtoonni sadarkaa 1ffaa argatan qarshii kuma 500,