Finfinnee, Caamsaa 5, 2017 (FMC) - Godina Harargee lixaa aanaa shanan dhuuggootti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 11 darbuun ibsame.Balichi Konkolaataan ‘Iyisuuzuun Magaalaa Waldaayaa irraa namaa fi meeshaa waliirratti fe’ee gara Aanaa Masa