Magaalaan Dirredhawaa fi Maqalee 70 Indartaan qixa ba’an

fanabc.com
منذ 10 ساعات
Caamsaa 5, 2017 (FMC) -  Tapha piriimiyar liigii Itiyoophiyaa torbee  29ffaan kan waliin taphatan Magaalaan Dirredhawaa fi  Maqalee 70 Indartaan galchii 1:1’n walqixa ba’aniiru.Magaalaa Dirredhawaaf HAbiib Kamaal tapha walakkaa 2ffaa irratti rukuttaa