Itiyoophiyaan miseensa mana maree dhaabbata Siiviil Aviiyeeshinii Idil Addunyaa ta’uun filatamuu

fanabc.com
منذ 18 ساعة
Finfinnee, Sadaasa 18, 2019 (FMC) - Yaa'ii Idilee 43ffaa Dhaabbata Siiviil Aviiyeeshinii Idil Addunyaa Kaanaadaa Moontiriyaalitti gaggeeffameen Itiyoophiyaan sagalee olaanaan miseensa mana marichaa ta'uun filatamteetti.Itiyoophiyaan yaa’icharratti sa