Galchiiwwan 173 lakkoofsisee kubbaawwan galchii ta’an 101 mijeessee waancaa tokko qofa kan milkeesse San Hiwuung Miin

fanabc.com
منذ 22 ساعة
Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) – Jifataan Tootenhaam lammiin Kooriyaa Kibbaa San Hiwuung Miin boqonnaa jireenya isaa kubbaa miilaa keessaa isa baay'ee jabaa ta’e milkeesseera.Dargaggoon Umrii waggaa 32 San Hiwuungi Miin Tootenhaamitti makamee wagg