Godaambaan Biyyaalessaa Itiyoophiyaa haaroomfamaa ture eebbifame

fanabc.com
منذ 21 ساعة
Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) – Godaambaan Biyyaalessaa Itiyoophiyaa haaroomfamaa ture xumuramuun eebbifameera.Daayirektarri Olaanaa Abbaa Taayitaa Eegumsa Hambaalee Itiyoophiyaa Piroofeesar Ababaaw Ayyaleen, Godaahambichi bara 1965 kan ijaarame