Riifoormiin dhaabbilee nageenyaafi tasgabbii Poolisiin ergama isaa akka bahatu dandeessiseera

fanabc.com
منذ يومين
Finfinnee, Caamsaa 21, 2017(FMC)- Komishinarri Jenereelaa Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’el riifoormiin dhaabbilee nageenyaafi tasgabbii Poolisiin ergama biyyaalessaa isaa gahumsaan akka bahatu dandeessiseera jedhan.Komishinarri Jenereela