Finfinnee, Caamsaa 24, 2017(FMC) – Godina Shawaa Bahaatti sagantaa Asharaa Magariisaa bara kanaaf biqiltuuwwan qophaa’aa jiru jedhe Waajjirri Qonnaa Godinichaa.Ittigaaftamaan Waajiira Qonnaa Godinichaa Obbo Masfin Tashoomaan Faanaa Dijiitaalitti akka