Finfinnee, Caamsaa 29, 2017( FMC) - Ayyaanni Arafaa/ Iid Al Adhaa 1446ffaan magaalota Hawaasaa, Shaashamanneetti fi Daseetti kabajameera.Ayyana magaalaa Hawaasaatti kabajame irratti jiraattonni magaalattii barii saa'atii 12 irraa eegaluun addabaabaay