Paartiin Badhaadhinaa Itiyoophiyaanota gandaan osoo hin qoqqoodiin kan hammatedha- Dooktar Abiy Ahimad

fanabc.com
منذ 6 ساعات
Finfinnee, Caamsaa 30, 2017(FMC) – Paartiin Badhaadhinaa kanneen duraarra yaadama addaa kan qabuufi Itiyoophiyaanota gandaan osoo hin qoqqoodiin kan hammatedha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad