Finfinnee, Waxabajjii 6, 2017 (FMC) – Dhugaa fi beekumsi akka moo'u barsiisonni cichoominaan hojjechuu qabu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.Biyyi dhalootaaf taatu kan dhugaa fi beekumsaan ijaaramteedha jedhan.Dhaloota ololarraa bil