Oromiyaa 3 – 1 Tigraay

fanabc.com
منذ 13 ساعة
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2017 (FMC) – Tapha guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan Gareen Kubbaa Miilaa Dhiiraa Oromiyaa kan Tigraay injifateera.Tapha nuusa xumuraa har'a sa'aatii 7:30 irraa eegalee taphatameen gareen Oromiyaa galchii 3 fi 1n Garee naannoo Tigr