Abbootii qabeenyaa damee Ijaarsaarratti hirmaataniif deeggarsi ni taasifama

fanabc.com
منذ 6 ساعات
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2017 (FMC )- Abbootii qabeenyaa biyya alaa damee ijaarsaarratti hirmaataniif deeggarsi barbaachisu ni taasifamaa jedhan Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin. Yaa’iin Bishaanii fi