Pirojeektonni gurguddoon eegalaman bifa dinagdeen biyyaa qajeeluun hojjetamaa jiru – Injiinar Ayishaa Mahaammad

fanabc.com
منذ ساعتين
Finfinnee, Mudde 4, 2018 (FMC) - Pirojeektonni gurguddoon eegalaman bifa dinagdee biyyaa qajeelchuu dandeessisaniin hojjetamaa jiru jedhan Ministirri Ittisaa Injiinar Ayishaa Mahaammad .Magaalaa Walaayitaa Sooddootti mareen uummataa gaggeeffamee jira