Itiyoophiyaatti rakkoo nageenyaaf sababni garaagarummaa yaadaa humnaan furuuf tattaaffii taasifamudha -Dooktar Abiy Ahimad

fanabc.com
منذ 17 ساعة
Finfinnee, Amajjii 26, 2018 (FMC)– Itiyoophiyaatti rakkoo nageenyaaf sababni garaagarummaa yaadaa humnaan furuuf tattaaffii taasifamudha jedhan Minstirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.Dooktar Abiy gaaffilee Miseensotaa Mana Maree Bakka Bu’ootaa Uu