US Hogganoota TPLF fi Maatiisaaniirra Uggura Viisaa Keesse - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 27 دقيقة
Garee TPLF fi mootummaa Itoophiyaa jidduutti muddamni jabaan dhalachuu kan eere Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa muddamni kun kaaba Itoophiyaatti deebisee waraana dhaluu akkka danda'uu fi nagaa fi tasgabbii naannichaa balaarra akka buuse ibseera. Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Maarkoo Ruubiyoo hogganoota TPLF fi maatii isaaniirra tarkaanfiiuggura Viisaa kaawuu kaawuu ibsameerra.