Holotaatti namichi dhaddacharratti haadha warraasaa duraaniifi daanyaa ajjeese hospitaalatti ofis ajjeese - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 7 ساعات
Naannoo Oromiyaa, godina Shawaa Lixaa, aanaa Walmaraatti dubartii daanyaa (haadha murtii) taate tokkoofi haadha warraa isaa duraanii dhaddacharratti ajjeesuun namichi himnatame of ajjeesuun ibsame.