Iraan Ulaa Hormuuz cufte, US fi Israa'el waliigaltee dhukaasa dhaabuu cabsuun himatte - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ ساعتين
Tarkaanfiin kun erga US fi Iraan jalqaba torban kanaa walitti bu'iinsa dhaabuuf waliigaltee mallatteessanii boodadha.