Waancaa Addunyaa 23ffaa…

fanabc.com
منذ 4 ساعات
Finfinnee,Waxabajjii 15, 2018 (FMC) – Waancaan Addunyaa 23ffaan Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon waloon qopheessan erga eegalee har’a guyyaa 12ffaa isaati.Hanga ammaatti taphoonni 40 taphatamaniiru.Galchiiwwan 121 gareewwan faallaarratti galaniiru.