'Finfinneefi Dirre Dhawaa dabalatee dhimmoota falmisiisoo Badhaadhinni Marii Biyyaalessaaf dhiyeessuuf jiru - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 11 ساعة
Paartiin biyya bulchu Badhaadhinni ajandaawwan marii biyyaalessaaf dhiyeessurratti miseensota mana maree paartichaa waliin mariyateera.