Itoophiyaan waa'ee lammiilee Sa'udiitti duuni itti murtaa'eerratti 'mariirra' jirti - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 6 ساعات
Ministirri Dhimma Alaa Itoophiyaa Sa'udi Arabiyaatti lammiilee ‘’murteen du’aa irratti darbe'' ilaalchisuun aangawoota biyyattii waliin mari’ataa akka jiru hime.