Jilli US ministaroota Masrii, Somaaliyaa fi Ertiraa waliin Kaayirootti maal mari'ate? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 9 ساعات
Gorsaan Olaanaa dhimmoota Afrikaa fi Arabaa Maasaad Booloowus ministaroota hajaa alaa Ertiraa, Masriifi Somaaliyaa waliin nageenya Gaanfa Afrikaa ''jabeessuu'' irratti marii'atan