Mootummoonni Itoophiyaa dhufaa darbaa rakkoo siyaasaa maaf humnaan furuu yaalu? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 12 ساعة
Itoophiyaan biyya seenaa dheeraa qabdu taatus rakkoo siyaasaa barootaf ishee sakaale furattee ijaarsa biyyaarratti xiyyeeffachuu hin dandeenye. Mootummoonni Itoophiyaa yeroo heddu karaa nagaa osoo hin taane waraanan, fonqolchaan ykn warraaqsa uummataan aangoo gadi lakkisu.