Ashaaraa magariisaa fi hawwattummaa magaalaa…

fanabc.com
منذ 8 ساعات
Jijjiirama biyyaalessaan asitti inisheetiiviiwwan hojiirra ooluun bu’aalee gama maraa fidaa jiran keessaa sagantaan Ashaaraa magariisaa isa tokko.Sagantaan kun yeroo ammaa addunyaatti bowwuu mataa kan ta’e jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuu keess