'Bishaan nurraa kuttan' jechuun nu dararu- Baqattoonni Masirii jiran namni Itoophiyaa ajjeefamuu himu - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 8 ساعات
Baqattoonni Itoophiyaa Masirii jiran qaamoleen mootummaa fi ummanni biyyattii ''isin warra bishaan nurraa kute,'' jechuun miidhaa irraan gahaa jiraachuu BBCtti himan.