Finfinnee, Adoolessa 22, 2018(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Af-yaa'ii Mana Maree Biyyaalessaa Azarbajaan Saahiibaa Gaafroovaa waliin mari’ataniiru.Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsan