Waayee qormaata Ameerikaan hakiimota qoruun biyyasheetti fudhattuu (USMLE) waan beekuu qabdan - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 16 ساعة
Qormaata damee fayyaa addunyaa isa cimaa fi maqaa guddaa qabudha. Hubannoo beekumsa ogummaa yaala fayyaa olaanaa, hojiidhaan qoramee fi waytaawaa kan barbaadu qormaanni Ameerikaan kennitu hakiimonni addunyaa baay'een darbuuf ifaajee guddaa godhani.