Ajjeechaa Sawud Arabiyaa: Hidhamtoota Itoophiyaa Sawudiitti du'a eeggatan sagalee isaanii dhageessisuuf BBCtti bilbilatan - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 11 ساعة
Lammiin Itoophiyaa tokko mana hidhaa keessaa yeroo BBC'f bilbilee sagalee isaa dhaggeesisu adaraa nu oolchaa jedhe.