WhatsAappii lakkoofsa bilbilaa malee maqaa barbaadaniin akka maamiloonni fayyadaman gochuun maaliif Somaaliyaa yaadesse? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 13 ساعة
Mootummaan Somaaliyaa karoora haaraa Waattis Appiin fayyadamtoonni lakkoofsa bilbila isaanii dhiisanii maqaa barbaadaniin banachuun itti fayyadamuu dandeesisu fiduun na yaadessa jedhe.