Walitti bu'insi humna waraanaa Itoophiyaa fi humnoota Tigiraay maalirra gahe? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 8 ساعات
TPLF ''mootummaan Itoophiyaa Humna Dafee Dhaqabaa Sudaan Jeneraal Mohaammad Hamdaan Dagaaloon durfamu RSF waliin tahuun Lixa Tigiraay naannoo Shereriinaa jedhamutti Humna Nageenyaa Tigiraay irratti haleellaa raawwate'' jechuun himannaa dhiheesse.