Murtiin dubartii Tigraayitti 'haala suukaneesan ajjeefamteen' walqabatee murtaa'ee ture akkamiin jijjiirame? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 5 ساعات
Waggaa sadiin dura Magaala Maqaleetti haala sukaneessaan kan ajjeefamte Zawuduu Haftuutiin walqabatee namootni lama hidhaa umrii guutuun itti murtaa'ee ture bilisaan akka gadhiifaman murtaa'e.