Booranatti manaajarri gandaa lammiilee Keeniyaaf waraqaa eenyummaa kenne hidhaa cimaan adabame - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 5 ساعات
Godina Booranaa Magaalaa Mooyyaleetti namni ''manaajara gandaa ture'' lammiilee Keeniyaaf waraqaa eenyummaa kennuun erga yakkamaa ta'uunsaa mirkanaa'ee booda hidhaa waggaa 18 fi birrii kuma 5n adabame.