Amb Baacaa Dabalee: 'Waraanni Kaaba Itoophiyaatti yoo ka’e mootummaan Ertiraa hin jiraatu' - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 10 ساعات
Kaaba Itoophiyaa muddamni cimetti osoo waraanni ka'e mootummaa Ertiraa wanti jedhamu hin jiraatu jedhan aangawaan olaanaa Itoophiyaa.