Ertiraan walabummaa Itoophiyaa sarbuun humna waraanaa Tigiraayitti ergiteetti- Amb. Suleymaan Daddafoo - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 7 ساعات
Ertiraan humna waraanaa hidhate walabummaa Itoophiyaa sarbuun daangaa Itoophiyaa ceesiftee gara naannoo Tigiraayitti ergiteetti''a jedhan Ambaasadar Suleymaan Daddafoo.