Finfinnee, Hagayya 4, 2018 (FMC)- Misoomni koriidarii Magaalaa Jimmaatti raawwatame aadaa sochii qaamaa hawaasaa guddisuun dhukkuboota daddarboo hin taane ittisuu fi walitti dhufeenya hawaasummaa cimsuu keessatti gahee murteessaa bahachaa jira jedhan